Hara
Appearance
Haroon qaama bishaan baldhina murtaa’e qabu kan kallatti hundaan qaama dacheetiin marfamee argamuudha. Harawwan uumamaan ykn kan namootan ijaaraman Hara Nam-tolchee ta'u dandahu. Harawwan uumamaa harawwan Sulula Qiinxamaa Guddaa keessatti argamanii fi harawwan Sulula Qiinxamaa Guddaan alatti bakkeewwan lafa ol ka’oo irratti argamaniidha.
Harawwan Sulula Qiinxamaa
[gulaali | lakkaddaa gulaali]Harawwan sulula Qiinxamaa Guddaa keessatti argaman gad fageenyaa fi gara dalgaattis dheerina waan qabaniif tajaajila geejjibaa ni kennu. Muraasni isaani:
- Hara Taangaanikaa
- Hara Hara Maalaawii
- Hara Kivuu
- Hara Edwaard
- Hara Albarti
- Hara Turkaanaa
- Hara Shaallaa
- Hara Laangannoo
- Hara Zuwaay (Danbal)
- Hara Abjaataa
- Hara Hawaasaa
- Hara Caamoo