Jump to content

Melanin

Wikipedia irraa

Ballinan, melaniniin kaneen kessa tokko dha: polyacetylene, polyaniline, fi polypyrrole "gurracha" fi "bunii" yokan makaa copolymer isaani. biological melaniniin bayye bekkama ta'ee polymerii monomer molecules laman (indolequinone, fi dihydroxyindole carboxylic acid) kessa tokko ta'ee yokan kan lachuu kaneeni ta'etti. Melaniniin plant, binensotta fi protista kingdoms kessatti argama, innis akka pigmentiit tajajilla. Archaea fi bacteria kingdoms kessa jirachuun melanin walii-galtee dhabisaa qo'atotta kutta kanaaf sababa ta'erra.