Qaccessa
Qaccessa
Qaccessa
Qopheessaan:yaa’iqoob Tamasgeen
LWE_RM 0858/10
Sagantaa-Idilee (MA)
(OLLT 505)
Muddee 2010
Yuuniversitii Jimmaa
Jimmaa, Oromiyaa.
Baafata Fuula
Seensa..........................................................................................................................................iii
1.Qaaccessa Ragaa Qorannoo Safarataa/Quantitative Data Analysis-------------------------------1
ii
11.3 . Firii irra deddeebii’aa( Mode)..........................................................................................13
12. Measurs of Despersion........................................................................................................13
12.1. Reenjii /Range..................................................................................................................13
12.2 Gegeeddaramtoota (Variance)............................................................................................14
12.3. Standard deviation............................................................................................................15
13 . Garee lama wal dorgomsiisuu (Comparing Two Groups T-test).......................................16
13.1. ANOVA.............................................................................................................................16
13.2 .Gosoota ANOVA...............................................................................................................17
2. 14. Hariiroo(Corelation.......................................................................................................17
15. Adeemsa irra caalaa fooyya’aa.............................................................................................18
15.1./ Two- way ANOVA..........................................................................................................18
15.2 Cluster analysis...................................................................................................................18
15.3./Meta Analysis....................................................................................................................18
Gudunfaa.....................................................................................................................................19
Wabiilee......................................................................................................................................19
iii
Seensa
Qaacceesi ragaa adeemsa qorannoo keessatti adeemsa erga ragaan walitti qabamee itti aanee
adeemsifamu dha. Adeemsi isaa dalagaawwan qaacceesa raga dura raawwatanii fi adeemsa
qaacceesa raga of keessaa qaba . Qaaccessuudhaaf immoo raga adeemsa saayinsii herregaa
walitti qabame mala kamiin akka qaacceeffamu beekuun barbaachisaa dha.
Adeemsiqaaccessuu sirriin kan hundaa’u yeroo gaaffii qorannoo fi raga funaanuu qophaa’uu
kan hundaa’uu dha.Sababiin isaas tooftaan odeeffannoo ittiin walitti qaban gaarii ta’e
odeeffannoo amansiisaanii fi sirnaan walitti qabame sirritti yoo qaaceffamuu baate firiin isaaa
dogoggora ta’a jechuu dha.Kun akka hin taaneef tooftaa mijataa filatanii itti gargaaramuun
adeemsa qorannoo isa murteessaa dha.Kaayyoon abbaltiii kanas tooftaa qaaccessa qorannoo
adeemsa qaacceessa qorannoo safarataa faana bu’uun adeemsa qaacceesa ragaa ifa gochuu
dha.Haaluma kanaan qaacceesi raga safarataa fi adeeemsi isaa akka itti aanutti dhiyaatee jira.
iv
1. Qaaccessa Ragaa Qorannoo Safarataa/Quantitative Data Analysis
Qaaccessa qorannoo safarataa jechuun ragaalee karaa bifa saayinsawaa ta’en walitti qabame
qaaccessanii kaa’uudha,yookaan; Qaaccessa raga safarataa jechuun raga lakkoofsaa saayinsii
‘istaatistiksii’irratti hundaa’uun gegeeddaramoo (variables) gidduu qabata jiru xiinxaluu dha..
Kana malees: “ Qaacceesi raga adeemsa qabiyyee garaagaraa jalatti dhiyaate ibuu, hiikuu,
addaan baasuu , dorgomsiisuu fi akka argannootiif bu’uura ta’utti xinxaluu” jechuu dha.
Addunyaa .B (2007 F-68)
“Data analysis ;is aprocess of inspecting , clearing , transforming and modeling data with the
goal of discovering useful information ,suggestion evaluations and supporting decision
making” https,:// en .m.Wikipedia .org>WIKis>Ddata…
“The process of evaluating data using analyitical or lojical reasoning to examaine each
component the data provided,gathered ,reviwed and then analyied to form some sort of finding
or conclusion” . WWW.buseness dictionary .com>definition
Yeroo ammaa kana keessa haalli kun guutummaa guutuutti jijjiiramaa jira. Kun gara
adeemsa kompiitaraatti akka ce’amaa jirutu ibsamaa jira. “.Nowadays the mathematical
aspects of quantitative data analysis are largely left to the computer’s work. This soft ware
package have become increasingly user-friendly, to the extent that researcher do not need to
have any mathematical training to use them and most of the procedures interactive..”
(Zoltan D (.2007 p.197)
1
As irratti kan gorfamu qorqtaan jalqabumaa kaasee ‘sootweerii ‘ waliin hojjechuu akka
qabuu dha.Paakeejiin sooftiweerii yeroo baay’ee beekamaan xiinqooqa hujoo (applied
linguistic ) fi qonannoo barnootaa ( educational research) keessatti hojiirra oolu ‘SPSS’
(statistical Pacage for the Socical Science) yookaam immoo paakeejii istaatistiksiisaay’insii
hawaasummaatiif jedhuu dha. “the soft ware pacage most commonly used in applied
linguistics and educational research is SPSS ,inc .in Chicago ‘USA, and it makes sense to
apdate this program “ jechuudhaan’ Zoltan D’ ibsee jira.
2
2.1 .1/ Ragaa Safarataa Moggaasuu (Coding Quantitative Data)
Sooftweeriin (moosaajiin) qaacceesa ragaa safarataa ragaa kan qabatu bifa qubeerra
bifa lakkoofsaani. FKN- jechoota maqaa qabeenya. (the first step of data involves
processing is converts the respondent answers to numbers by means of coding
processures.) Tarkaanfiin jalqabaa ragaa qindeessuu kan hammaatu deebii abbootii
dhimmaa gara lakkaddeetti( coding ) –tti jijjiiruudha.Sababni isaa lakkoofsi mataa
isaatiin hiika hin qabu. Akkasumas walmakachuufis baay’ee salphaa dha . ’Value’ –
dhaan jechoota tekinikaa istaatistikiisii keessatti itti fayyadamuun,filannnoo dandeettii
jijjiiramoo lakkoofsa moggaafamee agarsiisuu dha. FKN 1ffaa -Ragaan koorniyaa
yeroo mara ‘ 1’ saala(sex) lakkoofsaan tajaajila walmakaa bakka bu’a. Dhiira yeroo
mara ‘1’ fi Dhalaa ‘1’ bakka bu’u.
FKN 2 ffaa-Tokkoon tokkoon filannnoo deebii dursee murtaa’e kan bakka bu’uu
lakkooosaanii. FKN. Filannoo----------------------------------------------------- Lakkoofsa
3 /-Giddugaleessa(netnral)_________________________________3
Ragaadhaaf lakkoofsa addaa keennuun baay’ee walxataa fi rakkisaa dha sababni isaas
gaetuun baay’een waan jiruuf .fkn.Yeroo darbe afaan biyya alaa kamiin baratte ?
3
2.1.2/ .Ragaa olkaa’uu/Inputting the data
Ragaa ol kaa’uu jechuun odeeffannoo safarataa walitti qabaman gara kompiitaraatti
galfachuun olkaa’uu dha. Ragaa faayila kompiteraa keessaa ol kaa’uun sadarkaa sadii
qaba. Kunis.Isaanis :
1/ -Faayila ragaa hundeessu :-bara ammaa kana ‘ sooftiweerii SPSS’ fayyadamuu ragaa
hundeessuun salphatee jira .FKN ‘jijjiiramoota irra deddeeb’uun moggaasuu .
3/ -Ragaaf furtuu kaa’uu dha.: Furtuu ragaa kaa’uun baay’ee nuffisiisaa fi dadhabsiisaa
yoo ta’e illee hojii ragaa qaacceessuu keessatti xiyyeefannoon kennamuu fi kan qabu dha.
Lakkoosi dogoggoraan barreeffamee kam iyyuu ragaa faala.
Yaada kana ilaalchisee’ Zoltan Dorny’ yemmuu ibsu: “entering the data in to a computer
file requires three steps : 1, creating and naming the data files, 2, defining the coding
frames for the variables. 3, keying in the data.” Jechuun ibse jira. Zoltan Dorny:
( 2011 p.200)
B /Ragaa dogoggoraan seene sirreessu (correcting incorrectly enterd valus that conferm
to the impossible range) .Fkn- lakkoofsa 4 barreesssutti 5 yoo barreefame. Fallii isaa
ragaa waraqaa irra deebi’uun sirreessuu dha. Fallii isaa ragaa waraqaa irra deebi’uun
sirreessuu dha.
4
C/-Ragaa waldhiitu sirreessuu ( correcting contradicting dataa FKN .Wayitii darbe
daree afaan oromoo tutee ? Deebii Ji’aa ja’a.
1/. Qabiinsa ragaa hin argamnee: Yeroo mara deebii tokko dhabuun, hiika qabaa fi hin
qabuun ifa miti .Kana jechuun dhabamuun ragaa itti yaadamee fi tasaa ta’uu danda’a.
2/.Gatii waan tokkoo galmeessuu : Faayidaan adeemsa “ istaatistiksii ”ragaaan bakkeen inni
dhaabbate tokko bu’aa gatii dhabsiisa yookaan guutuu namaaf gooti . As keessatti :
5
2.4./ Ragaa Hir’isuu Fi Amansiisummaa Qaaccessuu (Data reduction and reliability
analyisis ) : Ragaa hir’isuu: kaayyoon adeemsa kanaa ragaa qaacceessuu fi qopheessuu,
lakkoofsa jijjiiramootaa to’atamuu danda’utti hir’isuu dha.
6
Istaatiksiin karaa odeeffannoo safarataa haala herreegawaa ta’een kan odeeffannoon
walitti qabame, ittiin qaacceffamu fi dhiyeessuuf itti fayyadamnuu dha. Yaada kana
ilaalchisee toora interneetii irraa akka armaan gadiitti ka’uuf yaalleerra. “Statistics is the
mathematical science involved in the application of quantitative principles to the
collection , analysis, presentation of numerical data. The practice of statistics utilizes data
room some population in order to describe it meaningfully , to draw conclusion from it,
and make informed decisions.” https://ani.stat.fcu.edu>statinf2
7
B/ Istatiksitiksii cuunfaa/ inferential statistics/
Odeeffannoo adda addaa iddattoon irraa funaanaman walitti qabuun lakkoofsa murtaa’oo
tokkoon bakka buusuun amaloota iddatton waliin qaban /common characteristics/ kan
ilaallatuudha. Kanaaf immoo qaphxiin giddu galeessaa/ mean/ fakkeenya gaarii ta’a .
3/.ragaa addaaan siqinq (interval data) qabanii dha. Garaagarummaa ijoon sadan isaanii
gidduu jiru kan irratti hundaa’uu sirrummaa (percition) safartuu fi garaagarummaa
akaakuu ragaa keenyaa isa nuti adeemsa ragaa qaacceessuuf itti fayyadamnu iraatti
hundaa’aa.
Sadarkaa kanaatti lakkoofsonni amaloota wantootaa agarsisuu irra darbee walitti hin
ida’amanu, walirraas hin hir’ifamanu waliin hin baay’ifamanii, waliif hin hiraman. Lakkoofsi
tokko lakkoofsa biroo hin caalan, lakkoofsa biroo gadis miti. Yaada kana irratti Hayyuun
Zoltan : akkaataa armaan gadiitti kaa’e: “…Nominal Scale Not really a ‘scale’ because it
does not scale objects along any dimension.
It simply labels objects. Example Gender is a nominal scale Male = 1 Female = 2, School
affiliation Public school=1 ,private school =2 , government school =3…” (Zolt’an :2007)
8
Fakkeenya :
Saala = Dhiira, 1 Durba 2
Amantii = Ortodoksii 1 Muslima 2 Pirotistaantii 3 . kkf
Lammummaa =Etiyoophiyaa 1 Kanaadaa 2 Ameerika 3 .kkf
Sabaan = Oromoo 1 Amaaraa 2 Tigiree, 3 Affaar , 4 kkf
Bakka jireenyaa = Baadiyyaa, 1 Magaalaa 2 .kkf
9
Qabxii barattoota kanneen wal bira qabnee yoo dorgomsiisfnu dandeettiin barataa isa
3ffaa barataa isa 2ffa harka sadiin caalee jira jechuun nidanda’amaa? Hin danda’amu
jenna. Sababni isaas, qabxii barattoota kanaa irratti wantonni dhiibbaa geessisan
jiraachuu danda’u. Isaan amalli qormaataa sababa tokko ta’uu danda’a. kana irraa kan
fudhachuu dandeenyu barataan qabxii olaanaa fide tarii haala mijataa qabutti fayyadamee
ta’uu mala. Barataan inni qabxii gadaanaa galmeesse tarii dandeettii dhabee osoo hin
taane sababa adda addaa kan akka rakkoo maatii, fageenya mana barumsaa, harka
qallummaa…kkf qabxii isaa irratti dhiibbaa fiduu malu.
∩ M
6./. Istaatistiksii Daddeessaa fi Ragaarratti Bu’uureeffate (Descriptive versus
inferentional statistics). Istaatistikiin iddoo gurguddaa lamatti qoodama.Isaatistikii
addeessaa fi isaatistiksii ragaa bu’uueeffate jedhama.
6.1/Isaatistiksiin addeessaa: tuuta ragaa iddoo tokkotti walitti cuunfuun yeroo fi iddoo
qusata .Bu’aa baramaa is olaanaa fi gad aanaa (mean and rang yookaam (minimum and
maximum0 argisiisuu dha. Faayidaan isaa inni guddaan istaatistiksiin waliigalaan gudunfuu isa
sammuudaa achii kam iyyuu hin eeyyamu . Kana malees istaatistiksiin addeessaa milkaa’ina
daree keessaa qabatamaan nu ibsuuf fayyada .
10
7.Barbaachisummaa istaastistikaalaa /statistical siginificance/
Sammuuda kessatti bu’aan argame dhugaa ta’uu hammaa(population) moo walitti qabaa dha
yaada jedhu ni deebisa; bal’ina sammuudas ni ibsa .Yoo bu’aan barbaachisaa miti ta’e bu’aa
qabatamaa sammuudaa keessatti hin mul’atu .Bu’aan barbaachisaa hin taane immoo dirqama
qorannicha keessatti maqfamuu qaba .
Barbaachisummaan kan safaramu ‘probaablity cooficient’-dhaan yoo ta’u gatiin isaa 0 fi 1
gidduu dha.
8.Confidence interval
Sababa barbaachisummaan istaastikaalaa waa’ee bu’aa deebiii eeyee fi hi’ii qofa nuuf
keennuuf confidence interval –n irra caalaa odeeffannoo nuuf kenna .
Addaan fageenyaa fi firii (range and score) gidduu fiixee lammaaniin barbaachisummaa
hammaa (population ) agarsiisa .Bu’aan giddugaleessaa(mean) sammuudaa keenyaa fi daangaa
(range) keenyarra yoo bu’e yoos akka barbaachisummaaattii fudhatama .
11
distribution of values. It is summery members that represent single value in distribution of
score? There are three major types of estimates of central tendency. ”(Vogate, 2005) Isaan
sadan kunneen akka armaan gadiitti ibsamaniiru:
11.Tooftaalee Safartuu qaphxiilee Bu’uuraa/ measurements of central tendency
11.1/ Bu’aa giddu galeessaa (Mean /average score)
MEAN : Bu’aa giddu galeessaa qabxii fi safartuu isa baay’ee beekamaa dha: “ mean is a
most common measure of centeral tendency of adistribution.” (Vera E. Troeger office: 1.129 /
Emai:v.etroeger@warwick.ac.u. Mean = sum of individual values
Total number of sc
=75/15=5
1+5+3+5+7+7+6+8+5+9+8+5+2+4+1 15
11.2 /. Qabxii walakkeessaa (Median )Akkaataa sadarkaa isaaniitiin firiin gaafa tarreeffamu
qabxii isa walakkaa ti. ( the middle point in race the set of score that have been arranged in all
order ), “ median the fiftieth percentile’ that is the middle point in a set of scores that have
been arranged in a rank order. This measure is not sensitive to extremes but it is actual value is
only dependent on the middile scores.” Zolt`an Dornyei (2007:214)
Odeeffannoo guurame yoo baay’ee ta’uu baate qoqqooduu, tartiibaan kaa’uudha.
Adeemsa kana keessattis xiqqaa irraa gara guddaatti tartiibaan keenya.
B/MEDIAN Fkn.1, 3, 2, 6, 7, 2, 5, 8, 2, 7, 9, 1
Yemmuu tartiibaan kaa’aman: 1, 2, 2, 2, 3, 5, 6, 7, 7, 8, 9
Median isaa = 5 ta’a. waan 11 ta’aniif.
Lakkoofsa qophxii yoo ta’e isa walakkeessaa qofa fudhachuu
Lakkoofsichi yoo guutuu ta’e lakkoofsota walakkeessaa lama walitti ida’uun lamaa
hirra.
Fkn. : 1, 5, 3, 7, 2, 1, 5, 6, 7, 4, 7, 1, 7, 4, 9, 8, 7
kana yoo ta’e yemmuu tartiibessinu ( 1, 1, 1, 2, 2, 3, 4, 4, 5, 5, 6, 7, 7, 7, 7, 8 ) akka
kanatti tartiibessina.
Median = 4 + 5 = 9 , 9/2 = 4.5
12
Example: Median: - a middle value of a given data or the middle score among all scores
Example: arranging data in an ascending or descending order (1,5,5,6,7,8,10 )
Median =6
11.3 . Firii irra deddeebii’aa( Mode)
Jechuun kanneen ragaa sana keesstti irra caalaa irra daddeebi’e mul’atu jechuu dha.
Fkn. 6, 7, 11, 5, 8, 7, 9, 10, 11, 12, 11, 10, 11,
Kan caalaa irra deddeebi’e =11.
Ragaa funaaname keessatti qabxiin 2 wal qixa irra deddeebi’e taanaan bimodal
jedhamu. Fkn. 4, 3, 1, 4, 8, 6, 7, 8, 2, 5, 9,
Ragaa olii keessatti 4, 7, 8, si’a sadi sadi waan irra deddeebi ’aniif mullti modal.
Jedhamu Fkn. 4, 5, 1, 4, 8, 7, 6, 4, 8, 7, 2, 9, 8, 7 .
“Mode which is the most frequently occurring score. This is straight forward measure
but it can only provide a good estimate of the central tendency of the distribution if
there is a value that indeed stands out with it’s frequency.” Zolt`an Dornye
(2007,p:214)
13
hojiirra ooludha.Kan murtaa’us namoota qorannoo sana keessatti hirmaatan wantoota amala
isaanii safaruun qabxii giddu galeessaa hir’isuun hunda isaan hafan ida’uun baay’ina
hirmaattootaaf qooduudha.
Odeeffannoo toora interneetii irraa arganne akka armaan gadiitti cuunfuuf yaalleerra.
Measure of variability
• Allow us to summarize our data set with a single value
Variance Indicates the dispersion of score around the mean
• Variability indicates the spread of the scores in a distributi
V2 =
To calculate variance
• find the difference between the mean and the row score for each individual
• square this value for each individual
• Sum this squared scores for all individual
• Divided by the total number of individual
http://www.southalabama.edu/coe/bset/johnson/oh
14
• Ida’ama/Sum= 341
• Mean= 341/5 = 68.2
• Variance (SD2)=
= 56- 68.1 = -12.1, 75- 68.1 = 6.9 , 60-68.1= -8.1 , 59-68. 67- 68.1= -1.1 ,
83-68.1=14.9
=1/5[-12.1+6.9+-8.1+-1.1] =
Fkn. 3, 2, 4, 1, 4,4
Step 1: calculate the mean and deviation
X M (X-M) (X-M)2
3 3 0 0
2 3 -1 1
4 3 1 1
1 3 -2 4
4 3 1 1
4 3 1 1
15
❑
∑ ( X −M ) 2
2
s=
n−1
E = sum of
X = Individual score
M = mean of all score
N = sample size
2 ¿(0+1+1+ 4+ 1+ 1)
s= = 8/5 = 1.265
6−1
16
a. One –way ANOVA-Kana jechuun dandeetti sammuu (IQ) nama tokkoo ittiin
madaalluu dha.
Fkn. Qaphxii barattoonni qormaata kutaa 10ffaa irratti fidan akka biyyaatti walbira qabuun
qabxii ka’umsaa baafachuun ilaaluudhaan. (2.20) jechuu ta’u mala.
b. Two –way ANOV :Kun dandeettii sammuu (IQ) nama lamaa ilaaluun madaaluu
Fkn, dandeettii barattoota Dhiiraa fi Dubaraa wal bira qabuun haala yaaduu sammuu isaanii
qaaccessuufi garaagarummaa isaa madaaluudha.
Interactions indicate that differences are not uniform across all categories of the
independent variables.
For example, females may have higher IQ scores overall compared to males, but this
difference could be greater (or less) in European countries compared to North
American countries. www.achive.learningher.ac.uk/anslysis
c. N-Way ANOVA : Kun immoo garaagarummaa dandeettii yaaduu namootaa/garee
lamaa fi ol gidduujiru qaacceessuu ilaala. Fkn. Dandeettii yaaduu biyyoota sadii
(Ameerikaa vs Kanaadaa Vs Itaalii Vs Ispeenii) qaaccessuu.
1. For example, an ANOVA can examine potential differences in IQ scores by Country
(US vs. Canada vs. Italy vs. Spain).
2. 14. Hariiroo(Corelation)
Faayidaan adeemsi istaatiksii milka’aan inni lammataa hariiroo qaacceessuu fi
jijjiiramoota lama ilaaluu nuuf eeyyamuu , ciminaa fi kallattii walitti dhufeenya isaan
waliin qaban madaaluu dha. Kan madaalus immoo hariiroo safartuu ‘correlation
coefficient’ gidduu jijjiiramoota isa garaagarummaa ‘range’ -1 fi +1 ti.
Safartuu olaanaa(a high coefficient) jechuu walitti dhufeenya cimaa isa namni
dhuunfaa qabxii olaanaa jijjiiramoota galmeessise tokkoo isa biro irrattis kan galmeessu
fakkaatuu dha. FKN-Barataan kennaa afaanii qabu tokko qabxiin inni galmeessisu
tokkoo fi qabxiin afaan alaa irratti galmeessisu hariiroo gaaarii waliin qabu (positive
correlation ) jedhamee fudhatamuu dha.
Safartuu (coefficient)Zeeroo(0); kan inni agarsiisu walitti dhufeenyi homaatuu
jijjiiramoota lamaan gidduu hin jiruu dha.
17
FKN- Fedhii karameellaa barataa fi lakkoofsa obboleesa yookaan obboleettii isaa gidduu
walitti dhufeenyi homaatuu hin mul’atu.
Hariiroo gaarii hin taane(negative correlation ) –safartuu walitti dhufeenya faallaa
agarsiisuu dha.FKN-lakkoofsi guyyootaa barataan daree irraa hafe hariiroo gaarii hin
taane milkaa’ina barootaa isaa irratti qaba.
10./ Non-prametiric test( Madaallii mit mutwwaawo ); Ragaa sfsrataa hedduu kanneen
aMadaaakka nominal,interval fi ordinal jedhamanii ilaallee jirra.
Interval-n Ragaa baay’ee ifa ta’e ,tamsa’ina ragaa fayyaaleessaa ragaa gahaan deggeree
daeemsa safartuu kanneen akka ANOVA yookaaan hariiroo namootaa ti.Yoo ragaa ifa
hin taane yookaan yookaan ragaa sirnaan hin tamsaane ta’e madaalliin safartuu
mijataan fayyadamnu adeemsa mit-safartuu(non parametricproscedure) ta,a
15. Adeemsa irra caalaa fooyya’aa(Advanced statisticalprocedures)
Advanced : yoo jennu beekumsa herregaa irra caalaa fooyya’aa fayyadamuu jechuu kan
agarsiisuu dha.
15.1./ Two- way ANOVA yoo ragaan daa’immaan mana barumsaa 2 daree garaagaraa 3
irraa dhufanii qabaanne,Garuu ; yoo sababni biraa hidhata qabu barattoota garee addaatti
qoodu jiraachuu barre immoo :FKN_saala isaanii yookaan afaa L2,ta’e ANOVA karaa
lamaa fayyadamna.
15.2 Cluster analysis (Gurmeessuun qacceessuu) : kaayyoon isaa garee xixiqqaa adda
addaa adda baasuuf, yookaan gurmuu hirmaattotaa sammuuda fudhatame keessatti isaan
amala walfakkaataa qooddadatanii dha.
15.3./Meta Analysis : jecha istaatistikaalaa isa haaladhiyeenya siistamaa mata duree
keennamae irratti lakkoofsa guddaa qorannoo maxxanfamee gamaaggamuu fi waliin
qindeessuu dh. “meta analysis offers asystematic way of organizing and synthesizing the
rapidly expanding research literacture . Neverthless ,depends on the quality of the analysis
ultimately of the underlying studies.) zoltan D.(2007 p-241).
Gudunfaa
18
Qaacceessi qorannoon safarataa ragaawwaan funaanamu lakkoofsaan kan ibsuu fi malli
iddattoo namoota hedduu kan hirmaachisu ta’uun isaa beekamaa dha. Qaaccessuun qorannoo
safarataa waan qabatamaa fi lakkaa’amuu danda’u irratti xiyyeeffachuun bu’aa qorannoo
agarsiisa. Qaaccessuun hedduumminaan hojii herreegaa yookiin lakkoofsaa wajjin kan
walqabatuu fi kan qaacceeffamus saayinsii istaatistiksii irratti hundaa’ee qaacceffamuun kan
dhiyaatuu dha. Ragaa qorannoo safarataa qaacceessuun hojii baay’ee ulfaataa waan ta’eef
qorataan adeemsa barbaachisu deemuun dirqama isaa/ishee ti. kan ibsamu lakkoofsaan
yemmuu ta’u; kana ammoo iskeelii garaagaraa fayyadamee oddeeffannoo argate ittiin ibsata.
Qorannoon kun akka waligalaatti sadarkaa afuriin safarama. Isaaniis: Iskeelii sadarkaa, Iskeelii
moggaasaa eeruu, Iskeelii argama-gidduu fi Iskeelii reeshiyootin ibsama.Qaaccessi qorannoo
safarataa amala mataa isaa kan qabuu fi amalli kun immoo gosoota qorannoo kaan irra adda
kan isa taasisan keessa isaan muraasnii yoo ilaallee hirmaachisaa ta’u, oddeeffannoo bal’aa
kan qaacceessuu dha. Walumaagalatti, qorataan hojii qorannichaatiin ragaa lakkoofsaan
sassaabame ibsamuunadeemsa qaaccessa qorannoo safarataa adeemsa herreegawaa keessa
darbuun Bu’aa qorannoo tiif gumachuun dirqama ta’a .
Wabiilee
Addunyaa.B .(2011) , Akkamtaa.Applied research,Fifinnee ,Oromia.
19
Brown.J.D.(2001).Using Sarveys in language pogress in Cambridg:Cambridge
UniversityPress Creswell,J,W.(2003) .Research Desing:Qualitative, Quantitative, and mixed
Press
http://en.wikipedia.org>wIKis>Data...
http://ani.stat.fcu.edu.>statinf2
http://www.southalabama.edu/coe/bset/johnson/oh
https://www.slideshare.net/mob
www.achive.learningher.ac.uk/anslysis
20