Asoosama Afaan Oromoo Godaannisa

Download as pdf or txt
Download as pdf or txt
You are on page 1of 2

Asoosama

afaan oromoo godaannisa pdf

You're Reading a Free Preview Pages 8 to 11 are not shown in this preview. You're Reading a Free Preview Pages 15 to 28 are not shown in this preview. You're Reading a Free Preview Pages 32 to 40 are not shown in this preview. You're Reading a Free Preview Pages 5 to 7 are not shown in this preview. It looks like you're offline. December 7, 2020
Edited by MARC Bot import existing book August 12, 2011 Edited by 213.55.110.240 Edited without comment. April 14, 2010 Edited by Open Library Bot Linked existing covers to the edition.

January 17, 2010 Edited by 213.55.110.194 Edited without comment. nevikutiladanelesesu.pdf April 1, 2008 Created by an anonymous user Imported from Scriblio MARC record. Xiinxala Asoosama Booree Ija Yaaxxina Maarkisizimiitin Thesis ​ Saamu’eel, Daani’eel; Taayyee, Guddataa; Alamaayyoo, Faqqadaa (2022-11) Qorannoon kun mata duree
xiinxala asoosama „Booree 096‟ ija yaaxxina Maarkisiziimiin kan jedhu irratti kan xiyyeeffatedha. Kaayyoon gooroon qorannoo kanaas qeeqa maarkisizimiirratti hundaa‟uudhaan asoosama „Booree ... Xiinxala Itti Fayyadama Afaanii Asoosama Bishaan Gubate Keessatti Thesis ​ Xilaayee, Warqinaa; Alamituu, Olii; Cimdii, Waaqumaa (2014-11)
Qorannoon kun Itti Fayyadama Afaanii Asoosama „Bishaan Gubate‟ jedhu irratti xiyyeeffata. Fayyadama afaanii asoosamoota Oromoo irratti qorannoo gahaan taasifamuu dhabuun ka‟umsa ijoo qorannichaati. learn bemba language pdf free printable version 3 Asoosama filatame kana ... Xiinxala Asoosama Dheeraa Godaannisa Ija Yaadxina
Hawaasummaatiin Thesis ​ Zeenabaa Huseen; Tayyee Guddataa; Alamayyoo Faqqadaa (2022-11) Asoosamni hedduun Afaan Oromootiin barreeffamanii hawaasa bira gahaa jiru. fake insurance card maker Haata’u malee asoosama Afaan Oromootiin barreeffaman irratti qorannoon yaadxina adda addaa bu’uureeffatee gaggeeffamee ballinaan hin
mul’atu. ... Barreessaan Dhaba WayessaSeenaa asoosama Afaan Oromoo keessatti bakka olaanaa kan qabuKan namni dubbise hunduu inni kaan imimmaan, inni kaan dafqa haqatuKitaaba waggoota baay’ee dura baraafi haala rakkisaa keessatti barreeffameKitaaba qulqulluufi ergaa jabaa qabuKan gabaarraa dhibee hunduu iyyaafatu….

Qabiyyee bal’ifatee, seenaa haaraas dabalatee bifa addaatiin qophaa’ee yeroo dhiyootti isin bira gahuuf jira! Academia.edu uses cookies to personalize content, tailor ads and improve the user experience. By using our site, you agree to our collection of information through the use of cookies. To learn more, view our Privacy Policy. Afaan Oromoodhaan
asoosama jalqabaati kan jedhamu Kuusaa Gadoo kan barreessan Obbo Gaaddisaa Birruu dhukkubstaniiru.Kuusaa Gadoo kitaabota Afaan Oromoo jalqaba irra jiran keessaa tokko jedhamee beekama. Barreessaan kitaabichaa Obbo Gaaddisaa Birruuti. Bara dukkanaa Afaan Oromoodhaan barreessuu fi dubbachuun cubbuu ture jedhamu sana keessa
barreessun maxxansan. Jaallatamummaa guddaas kitaaba horatedha.Kana qofa osoo hin taane kitaabota akka Dhaamsa Abbaa, Burreen Bifa Tokko Miti, Fedhii Gam-tokkee jedhan fa'aas barreessuun maxxansaniiru.Kuusaa Gadoo osoo hin maxxanfamiin dura gaazexessaa Saamu'eel Dhaabaan raadiyoo Itoophiyaa irratti torban 29 Dilbata ganama 'waa
lama dhabuu' mata duree jedhuun seeneffamaa akka ture Obbo Gaaddisaa Birrruu BBCtti himaniiru.Obbo Gaaddisaan kitaabicha ofumaan akka maxxansan himanii, yeroo sana mana maxxansaa tokko deemanii akka gaafatan dubbatu.Haa tahu malee, manni maxxansaa sun waan sammuu kootti hin tolle dubbatanii ''Afaan Oromoo hin maxxansinu
jalqaba gara Afaan Amaaraatti jijjiiri naan jedhan,'' jechuun dubbatan.Anis baay'ee aaree dideen Afaan Oromoodhaan ofumakoo maxxansiisee baase jedhan.Madda suuraa, Abdiisaa BalaachooKitaabichi erga maxxanee gabaa irra oolees qormaatni guddaan akka isaan mudataa ture kan himan Obbo Gaaddisaan, namootni kitaaba qubeen barraa'e
qabatanii deemuuf iyyuu ni sodaatu ture jedhan.

''Hiriyaa koo tokkotu bakka hojiikoo dhufee kitaaba maxxansite jedhan mee naaf kenni na jedhe. Anis tolen jedhe. Waa itti naaf mari na jedhe. Inni nama guddaa fi beekamaadha. Waa itti naaf mari jechuun isaa kitaabicha irraa qubeen waan mul'atuuf akka hin argamneefidha. Ani immoo baay'ee waan itti boonuuf akkamitti akkas na jedha jedhee aarus
ka'een gaazexaa kutee itti maree kenneef,'' jedhan.Ogeessa fayyaa fi barreessaa Fiilmii Jaatanii JireenyaaWeellisaa fi barreessaa Daadhii Galaan eenyu ture?Hoogganaan waldaa barressitoota Oromoo Obbo Yoomiyyuu Mul'ataa, kitaabni Kuusaa Gadoo aartii Oromoof kitaaba hulaa saaqedha jedhan.Aabba Yoomiyyuun barataan kutaa gara gadii irraa
eegalee kitaabni argatee dubbisa itti jalqabu Kuusaa Gadoo ture jedhan.Bara namni kitaabicha irraa fuudhee gurguru hin jirree fi Afaan Oromoo dubbachuun qaanii tahe sanatti, maxxansanii baasuun gumaacha ol-aanaa nama bahatanidha Obbo Gaaddisaan jedhan.Haa tahu malee barsiisaa fi barreessaan Oromoof oolmaa guddaa oolan kun, erga
dhukkubsatanii ciisan ji'ootni shan darbaniiru.Obbo Yoomiyyuun akka waldaa barreessitootaa Oromootti akka isaan jajjabeessaa turan himanii, ammayyuu deeggarsi isaan barbaachisa jedhan.ObboGaaddisaa yeroo dubbisne afuurri isaanii addaan cicitaa kan dubbataa turan yoo tahu amma adeemuu akka hin dandeenye illee maatiin nutti
himaniiruObbo Gaaddisaa Birruu Arsii Boqojjiitti dhalatanii guddatan. Bara 1965 Kolleejjii Barsiisota Asmaraatti barachuun aartii Oromoo Guddisuu irratti kan xiyyeeffatan yoo tahu, boodas yuunivarsiitii Finfinneetti digirii isaanii Hog-barruu [Literature and Foreign Languages] xumuraniiru.Waggoota jahas ogummaa barsiisummaan
tajaajilaniiru.Akkaadaamii Afaan Saboota Itoophiyaa kan jedhamu keessas hojjechaa kan turan yoo tahu, koree waaltina Afaan Oromoof jalqaba irraa eegaluun nama tumsa ol-aanaa bahatanidha.Obbo Gaaddisaan namoota Waldaa Barreessitoota Oromoo bu'uuressan keessaas tokko yoo tahan, nama dadhabe osoo hin jedhiin waldicha cimsuuf dhama'aa
turan akka tahes himama.

You might also like