Muuxannoo Hojii - Fikiruu Bikila

Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 6

Lakk___________________________

Guyaa_________________________

Qaama Dhimmi Ilaalu Hundaaf

B/J

Dhimmi isaa:-Muuxannoo hojii kennuu ta’a.

Akkuma armaan olitti ibsuuf Yaalametti Obbo Fiqiruu Biqilaa Aayyanaa kan jedhaman Itti
Gaafatamaa Waajjira keenyaa kan ta’an muuxannoon hojii isaanii akka isaaniif kennamu iyyaata gaafa
guyyaa 30/09/2015 barreessanii waajjira keenyaa gaafataniiru.

Haaluma kanaan Obbo Fiqiruu Biqilaa Aayyanaa kan jedhaman muuxannoon hojii isaanii:-

1. Bara Qacarriii saanii 01/04/1992


2. Sadarkaa barnootaa Digirii
3. GosaBarnootaa accounting
4. Sadarkaa Gita hojichaa Levelii XIV
5. Lakk.Eenyummaa gita hojichaa 04/G11-A17-11
6. Gita hojii Duraan irratti ramadamanii irraa Muudaman Qinddessaa Garee kaffaltii fi Bulchiinsaa
Mallaqaa Dheedhii A/Kiiramuu
7. Muuxannoo hojii Waliigalaa Waggaa 22.2(wagga Digdamii lamaaf ji’a lama)
7.1 .Mudde 1/4/1992 - Guradhala 26/06/1996tti Barressa Herrega Qabeenyaa A/Limmuu
7.2 .Gurdhala 27/06/1996 –Adoleessa 19/11/1998tti Odiitera keessa A/Limmuu
7.3 . Adoolessa 20/11/1998-Adoolessa 19/11/1999tti Walitti Qabaa Herregaa A/Limmuu
7.4 . Adoolessa 20/11/1999-Hagayya 26/12/2004 Adeemsaa Hojii Bittaa fi Bul.Fayinasii Kiiramuu
7.5 .Hagayya 27/12/2004-Onkoloolessa 29/02/2009tti Itti Gaafatama Waa.Mallaqaa A/Kiiramuu
7.6 .Onkoloolessa 30/02/2009-Adooleessa 25/11/2011 Dursaa Garee Herrega Fandii A/Kiiramuu
7.7 .Adoolessa 26/11/2011-Gurdhala 30/06/2012tti Dursaa Garee Kaffaltii A/Kiiramuu
7.8 .Bitootessa 1/08/2012-waxabajjii 30/10/2014tti Qinddessaa Garee kaffaltii fi Bulchiinsaa
Mallaqaa Dheedhii
7.9 .Adoolessa 1/11/2014 irra eegalanii Hanga Guyyaa xalayan muuxannoo kun kennameett Itti
Gaafatamaa Waajjiraa Maallaqaa A/kiiramuu ta’anii hojjechaa kan jiran yoo ta’uu,
8. Miindaa amma ji’aan argachaa jiran Qar.10,224 /kuma kudhaniif dhibba lamaaf digdamii
afur/argachaa hojjetaa Muudamaa(itti Gaafatamaa) mana hojii keenyaa ta’aanii kan hojjechaa
jiran ta’uu ibsaa hojjetaan kun hojii isaanii iraatti Qaxalee, amala gaarii kan qabu , amanamaa fi
cimaa ta’uu isaa ibsaa muuxannoo hojii isaanii yeroo kenninuuf bakka deeman hundatti carraa
hojii fi milkaa’ina gaarii isaaf hawwa muuxannoo isaanii kan kennineef ta’uu ni beeksifna !!

NagaaWajjiin!
Lakk___________________________
Guyaa_________________________
Qaama dhimmi ilaalu hundaaf
B/J
Dhimmi isaa:-Deeggarsa Miseensummaa kennuu ta’a.
Akkuma armaan olitti ibsuuf Yaalametti Obbo Fiqiruu Biqilaa Aayyanaa
kan jedhaman Itti Gaafatamaa Waajjiraa Mallaqaa Aanaa keenyaa kan ta’an
deeggarsa Missensa paartii badhaadhina ta’uu isaanii akka isaaniif kennamu
iyyaata gaafa guyyaa 30/09/2015 barreesseen nu gaafateera.

Haaluma kanaan Obbo Fiqiruu Biqilaa kan jedhaman :-

1) Bara Qabsoo( misensa ta’an ) 1994


2) Sadarkaa barnootaa Digirii
3) GosaBarnootaa Accounting
4) Obbo Fiqiruu Biqilaa Aayyanaa Adoolessa 2014 irraa Eegalanii itti
Gaafataama Waajjiraa Mallaqaa Aanaa Kiiramuu ta’anii kan tajaajilaa
jiran yoo ta’an hojjetaan kun hojii isaanii iraatti Qaxalee, amala gaarii
kan qabu , amanamaa fi cimaa ta’uu isaa ibsaa Warqaa deggersaa
miseensaa paartii badhaadhiina yeroo laanuuf qaamnii dhimmi isaa
ilaaltuu deggersa barbaachiisaa yoo taasiiseef kan hin morminee ta’uu
kabajan ibsina.

Nag
aaWajjiin!
Ref No___________________________

Date________________________________

To Whom It May Concern

Subject: - Work Experience

This is to certify Mr. Fikiru Bikila Aayana was an employee in parmanent government office of Finance
and Economic Dev’t working at kiremu woreda East Wolloga ,Oromiya from 1/04/1992 up to
30/09/2015 E.C totally 22.2(twenty two year and two weeks) Work Experience.

He is graduated in BA in Accounting earning monthly salary of 10,227/ten thousand two hundred


twenty seven / birr on governmental tax deducation.

Therefore, we would like denote thate the individual is hard working, obedient is capable of diligently
carring out his every day’s job, and can shoulder any pertinent duty.

Generally the individual is socially interactive, decent in his personality and liable to team Works with
exellent positive sprit.

Therefore, the center would confidently under line that Mr. Fikiru Bikila Ayana is also an asset for the
organization giving him the chance to be employed in his profesional areas.

Wishing him all the best, we have and giving him his work of experience and letter of of
recommendation up on his request.

With best regards


ቁጥር ________________________

ቀን __________________________

ለምመለከተዉ ሁሉ

ባሉበት

ጉዳዩ ፡- የስራ ልምድ ስለ መስጠት ይሆናል፡፡

ከላይ በረዕሱ ለመጠቀስ እንደተሞከረዉ አቶ ፍቅሩ ብቅላ አያና የተባሉት የመስራያ በታችን ሠራተኛ የሆኑት
የስራ ልምዳቸዉ እንድሰጣቸዉ በቀን 29/09/2015 በጻፉት ማመልከቻ ጠይቀዉናል.

ስለሆነም አቶ ፍቀሩ ብቅላ አያና የስራ ልምዳቸዉ በተመለከተ፡

1.የቅጥር ዘመን 01/04/1992

2.የትምህርት ደረጃ ድግር

3.የትምህረት አይነት አካዉንትንግ

4.የስራ ደረጃ XIV

5.ከመሾማቸዉ በፊት ተመድበዉ ስሰሩበት የነበረዉ የስራ መደብ መጠሪያ የክፊያ ቡድን አስተባበር እና የጥሬ
ገንዘብ አስተዳደር

6.በአጠቃላይ ያለቸዉ የስራ ልምድ 22.2(ሃያ ሁለት ዓመት ከሁለት ወር) ያለቸዉ ስሆን

 ከታህሳስ 1/04/1994-ይካቲት 26/06/1996 የንብረት ሂሳብ ሠራተኛ


 ይካቲት 27/06/1996-ሐምሌ 19/11/1998 የዉስጥ ሆድት ሠራተኛ
 ሐምሌ 20/11/1998-ሐምሌ 19/11/1999 የሂሳብ ቡድን ሰብሳብ
 ሐምሌ 20/11/1999-ነሓሴ 26/12/2004 የግዥ እና የፋይናስ አስተዳደር የስራ ዕደት ቡድን መሪ
 ነሓሴ 27/12/2004-ጥቅምት 29/02/2009 የክረሙ ወረዳ ገንዘብ እና እኮኖሚ ልማት ጽ/ቤጽ ኃላፊ
 ጥቅምት 30/02/2009-ሐምሌ 25/11/2011 የፈንድ ክፊያ ቡድን አስተባባር
 ሐምሌ 26/11/2011-ይካትቲ 30/06/20012 የክፊያ አስተባበር
 መጋቢት 1/08/2012-ሰኔ 30/10/2014 የክፊያ ቡድን አስተባበር እና የጥሬ ገንዘብ አስተዳደር
 ሐምሌ 1/11/2014 ጀምሮ ይህ የስራ ልምዳቸዉ እስከተሰጣቸዉ ድረስ የክረሙ ወረዳ ገንዘብ
አስተዳደር ሆነዉ እያገለገሉ ስሆን በወር የምያገኙት ደሞዝ 10227(አስር ሽህ ሁለት መቶ ሃያ ሰባት)
ብር እየተከፈላቸዉ የመስሪያ ቤታችን ሠራተኛ መሆኑንና ሠራተኛዉ በስራቸዉ ታታሪ ትጉ
መሆናቸዉን እየገለጽን ይሄንን የስራ ልምዳቸዉን የሰጠናቸዉ መሆኑን እንገለጻለን፤
ከሠላምታ ጋር

Curriculum vitae (CV)


1. Personal information

Full Name Fikiru Bikila Ayana

Sex Mel

Date of birth 02/02/1972

Place of birth kiremu town

Nationality Ethiopian

Physical condition physical fit

Address Mobile No 0911083062,0917812387

E-mall fikirubikila2004@gmail.com

2. Educational back ground

BA degree in accounting

Primary school Anger Gute Primary school

High school Naqamte compressive High school

3. Special skill

Basic computer skill with certificat

4. Professional experience

Fully experienced 22.2( twenty two year and two weeks) Work Experience in modified cash base of
account or dabble entry system

5. Language skill

Language Listening Speaking Writing Reading


Oromo Excellent Excellent Excellent Excellent
Amharic Excellent Excellent Excellent Excellent
English Very good Good Good Good
6. Area of Interest

*Governmental and non-Governmental

In the area of accountant

You might also like