UHEP A5_Edited
UHEP A5_Edited
UHEP A5_Edited
Bitootessa, 2008
Finfinnee
Mootummaa Dimokiraatawaa Federaalawaa Rippaablika
Itoophiyaatti
Ministeera Eegumsa Fayyaa
(Kan fooyya’e)
Bitootessa, 2008
Finfinnee
Baafata
Qabiyyee Fuula
Ariirrata/Dursa vii
1. Seensa 1
2. Hiikkaa 4
3. Kaayyoo Sagantaa Ekisteenshinii Fayyaa Magaalaa 5
3.1. Kaayyoo Gooroo 5
3.2. Kaayyoo Gooree 5
4. Tooftaalee Raawwii 5
5. Qajeeltoowwaan 9
6. Hojii irra oolmaa Sagantaa Ekisteenshinii Fayyaa Magaalaa 10
6.1. Haala gurmaa’inaa fi hojimaata sagantichaa 10
6.2 Leenjii maatii adda duree 16
6.3 Qabiyyee Paakejjii ekisteenshinii fayyaa magaalaa fi
iddoowwan hojii irra oolu. 20
v
Kanaafu, caasaan keenya sadarkaa sadarkaan jiru qaamolee hojii irra
oolma sagantaa paakeejii ekisteenshinii fayyaa irratti gahee qaban
hunda biratti hubannoo uumun akka hojii irra oolu ni
hubachiifna.Dhumma irrattis qajeelfama kana Afaan hojii naannootti
jijjiruuf dhaabbata deegarsa nuf godhe JSI/SEUHP fi ogeeyyii BEFO
hiika qajeelfama kana keessatti gahee taphachuun akka milkaa’u
taasisan galatan galcha.
Dr.Darajje Dhugumaa
vi
Ariirrata/Dursa
vii
Qajeelfama foyya’ee qophaa’e kana naannoleen haala qabatama
isaanii waliin wal-simsiisuun qajeelfama hojii taasisuun dhaabbilee
misoomaa naannoo isaanii keessa jiran wajjiin qindaa’uun bifa wal-
fakkaataa ta’een saganticha akka gaggeessan isaan hubachiisa
Dr Kabbadaa Warquu
viii
Seensa
1
Tatamsa’inni dhukkuboota daddarboo hin taanee keessattuu naannoo
magaalotaatti bifa ol’aanaa ta’een dabalaa jira. Qo’annoon magaalaa
Finfinnee keessatti gaggeeffame akka mul’isutti duuti %51 ta’u
rakkoo fayyaa sababoota dhukkuboota hin daddarbineen dhufaniin
kan wal-qabatu yoo ta’u %6 kan ta’an immoo sababa balaa adda
addaatiin lubbuu isaanii dhabu. Akka waliigalaatti du’aatii jiraattota
magaalaa Finfinneetiif sababaan guddaa fi inni jalqabaa dhukkuboota
daddarboo hin taane akka ta’e qo’annoon kun agarsiisa.
3
2. Hiikkaa
4. Tooftaalee Raawwii
6
Hojimaata Qindoominaa Cimsuu: Dhimmi fayyaa deeggarsaa fi
qooda fudhannaa sektaroota biroo fi dhaabbilee misoomaa hunda kan
barbaadu dha. Keessattuu qindoominni sadarkaa gadiittibifa
hirmaannaa hawaasaa mirkaneesseenjiru barbaachisummaan isaa
baay’ee ol’aanaa dha.Kana waan ta’eef dhimmamtoonni sadarkaa
kanatti hojjatan odeeffannoo jiru walii kennuu fi wal-jijjiiruu,waltajjii
muuxannoo itti wal-jijjiiran uumuu,kayyoo waliinii milkeessuuf
qabeenya(leeccalloo)jiru qusannaa fi sirnaan ittifayyadamuun,yeroo
karoora qopha’u,hojii raawwatamu, hordoffii fi deeggarsa taasifamu
qaama waliin hojjannu hunda hirmaachisuun galmawwan misooma
fayyaa keessatti qaban milkeessuudhaaf hojimaata qindoominaan
hojjachuu cimsuun barbaachisaa dha.
7
Ibsa fakkiihojii Irra olmaa Sagantaalee Paakeejii Ekisteenshinii
Fayyaa magaalaa agarsiisu
Mul’ata
Hawaasa Fayyaa Qabeessaa, Omishaawaa Fi Jireenyaan
Badhaadhaa Ta’e Magaalota Itoophiyaa Keessatti Jiraatan
Ittigala
Sagantaa Paakeejii Ekisteenshinii Fayyaa Magaalaa Maatii fi Hawaasa
irraatti xiyyeeffaate hojii irra oolchuudhaan haala Fayyaa Ummata
Magaalota Itoophiyaa keessa jiraatu fooyyessu
Kaayyoo Gooree
Tajaajila fayyaa bu’uraa qulqullina qabu haala haqa-qabeessaan
ta’een guutummaa guututti waliin gahuu,
Hubannoo hawaasni fayyaa irratti qabu ol-
guddisuudhaan ilaalchaa fi jijjiirama amalaa fayya
qabeessa ta’e akka uummattu gochuun, dandeetti
dagaagina fayyaa hawaasaa ittisa dhukkubaa irratti
qabu cimsuudhaan ittifayyadama tajaajila fayyaa
bu’uraa akka dabalu gochuu,
Sirna ol-ergiinsaa(referral system) hawaasa bu’uura
godhate cimsuu,
Tooftaalee Raawwii
Hirmaannaa Hojimaata Hojiiwwan Tajaajil Qulqull Hordoffii,
hawaasaa qindoomin ijaarsa a ina deeggarsa
cimsuu a qabu dandeettii itti fayyaa tajaajila a fi
diriirsuu fufiinsaan haqa- a gamaaga
hojjachuu qabeess fooyyes ma
a ta’e suu cimsuu
8
kennuu
5. Qajeeltoowwaan
9
Tajaajila fayyaa qulqullina qabu:- Humna qabu hunda duguugee
fayyadamuudhaan tajaajila fayyaa qulqullina qabu sadarkaa maatii fi
hawaasaatti haalli itti kennamuu danda’u ni mirkanaa’a.
Dhaabbilee
Waldaalee ogummaa fi
Maatii fi Hawaasaa (wiirtuu dhunfaa
dhaabbilee
dargaggootaa fi maneen
hawaasummaa kan biroo
barnootaa)
11
Baayyinni ogeessoota eksiteeshinii fayyaa magaalaa kan irratti
hunda’u baayyina ummata magaalaa keessa jiraatan yoo ta’u
giddugaleessaan ogeettiin eksiteeshinii fayyaa takka abbaa/haadha
warraa 500 ta’aniif tajaajila ni kenniti. Kana jechuun abbaa/haadha
warraa 500 naannoo hojii ishii keessatti argamaniif walqixa
xiyyeeffannoo kennitee hojjeetti jechuu osoo hin ta’iin, ragaalee
bu’uura fayyaa maatiiwwanii sassabuu fi akka fayyummaa isanitiin
adda baasuudhaan qaama hawaasaa xiyyeeffannoo addaa barbaadaniif
tajaajila walgitu kenniti jechu dha.Haaluma kanaan tajaajila kan
kennitu yoo ta’e qaama hawaasaa hundaaf tajaajila haqa qabeessa ta’e
waliin gahuu ni dandeessi.Ogeettin eksiteeshinii fayyaa takka
giddugaleessaan guyyaatti mana abbaa/haadha warraa 10 niif tajaajila
manaa mana kennu qabdi. Dabalatanis ogeeyyiin eksiteeshinii fayyaa
kunnin sagantaa hojii baasuun manneen barumsaa fi giddugala oolmaa
dargaggootaa ganda keessa jiran hundaaf dabaree dabareedhaan
tajaajila kennu qabu.
13
A B C
Ramaddii hunda
Galii Galii Galii
sadarkaa sadarkaa sadarkaa ol
gad-aanaa giddu aanaa
(1ffaa fi galeessa
2ffaa)
14
Sagantaa hojiiwwan torbanii sadarkaa hawaasaatti ykn maatiitti
hojjeetaman akka armaan gadiitti ta’a
15
Fakkii yaa’iinsa fayyadamtoota tajaajila fayyaa xiyyeeffannoo
addaa barbaadan akkaataa itti adda baasan agarsiisuu.
Fayyadamtoota tajaajjila
fayyaa adda baasu.
16
Yeroo leenjii fi booda paakeejicha mana isanitti hojii irra ni oolchu,
paakeejicha yoo guttatani adda durumman filatamu.Haa ta’u malee
kanaa olitti kan caqasame sa’aa leenjii hundumaa akkuma jiruutti ta’ee
akkataa leenjifamtootni sa’aan argamanitti, simannaa barumsaa fi
haala hojii ilaaluudhaan guyyaa leenjii gabaabbachuu ykn dheerachuu
ni danda’a.
17
Sagantaa leenjii gaggeesitoota garee misoomaa fi tokko shanee
18
Yaadachiisa: Yeroo leenjii armaan olitti ta’an haala qabatamaa
naannootiin sirreeffama gochuun ni danda’ama.Paakeejiin barumsa
eegumsa fayyaa paakeejoota kanaan olitti caqasaman waliin
qinda’aanii kan kennaman ta’a.
Ittifayyadaman
16. Mani araa mana jireenyaa irraa kan adda bahee qabaatani
ittfayyadama yoo jiraatan.
20
Iddoo Galteewwan
Paakeejootaa fi Tajaajiloota Fayyadamtoota
tajaajjili itti tajaajjila kennuuf
Tajaajilichaa
kennamu barbaachisan
Paakeeji Fayyaa Maatii
1.1 Fayyaa Haadholii
Tajaajila dahumsa duraa
Barumsa fayyaa waa’ee eegumsa fayyaa haadholii fi daa’immanii kennuu. Maatii fi Hawaasa Mana Qajeelfama ken-
ninsa tajaajila
Tajaajjila gorsaa haala sirna nyaataa haadholii, qophii dahumsa duraa taasi- Haadhoolii ulfaa
gorsaa (qajeelfama
famu qabu, rakkoolee fayyaa walxaxxaa mudachuu danda’u, waa’ee dahum- fi Abbaa manaa
fayyaa maatii fi ji-
saa fi kununsa daa’imma haarawa dhalateef kennuu. isaanii
jjirama amalaa fidu
Qorannoo qaamaa/physical examination/Seenaa haala waliigalaa dhibbaa dh-
danda’an biroo,
igaa dabalatee waa’ee isaa ibsu fudhachuu.
Uunka dhaabbata
Qorannoo ulfaa taasisuu itti aanutti itti ergan
Qorannoo fincaanii taasisu meeshaa dhibbaa
dhigaa ittin
Mallattoolee cimaa adda baasuu fi gara buufata fayyaatti eergu.
ilaallan,Kitii HIV/
Saaphana siree akka barbaachisumaa isaatti kennu Haadhoolee Ulfa AIDS ittin qoratan,
Ayiiran fooleetii kennuu saaphana siree,
Qorannoo dhukkuba naf-saalaa “HIV/AIDS” dabalatee gaggeesuu/adda baa- Kaapsulii ayiranii)
suun gara buufata fayyaatti erguu.
Tajaajila qorannoo dahumsaan duraa irratti xiyyeeffatteef gara buufata fayy- Haadhoolee Ulfaa
aatti erguu
HIV/AIDS’n haadha irraa gara daa’immaa akka hin dabareef tajaajila ittisaa-
tiif (PMTCT) gara buufata fayyaatti erguu
Namoota tajaajila hordoffii fi qoricha adda kutan adda baasuun gara Haadhoolee Ulfaa
buufata fayyaatti erguu.
21
Iddoo Galteewwan
Paakeejootaa fi Tajaajiloota Fayyadamtoota
tajaajjili itti tajaajjila kennuuf
Tajaajilichaa
kennamu barbaachisan
Tajaajila dahumsaa fi dahumsan booda
Haadholii dahumsi tasaa isaan qaqqabe tajaajila ambuulaansii akka argataniif Haadha cininsuu Uunka ol ergiinsaa
haala mijeessudhaan gara dhabbilee fayyaa dhihootti erguu. irra jirtuuf safartuu fi madaal-
lii daa’imaa ,mee-
Tajaajila dahumsaa sadarkaa dhaabbilee fayyaatti ogeessota leenji’aniin akka Haadha cininsuu shalee deeggarsa
argataniif erguu irra jirtuuf barnootaa,safartuu
Rakkoowwan fayyaa walxaxxaa yeroo dahumsa duraa fi boodaa dhufaniif Haadha ho’insaa qaamaa.
hordoffii fi qorannoo akka argataniif gara dhaabbilee fayyaa itti aanutti ergu
Kununsa daa’ima reefu dhalate fi dahumsa booda Haadha dhiheenyatti Manaa Mana Uunka ol ergiinsaa
Sagantaa baasuun gaafa guyyaa tokkoffaa, sadaffaa fi torbaffaa manaa mana deesse,daa’ima sabi- safartuu fi madaal-
deemun hordoffii tajaajila dahumsa booda taasisuu. yyii/reefu dhalate lii daa’imaa ,mee-
shalee deeggarsa
Dahumsaan booda tajaajjila gorsaa fi karoora maatii kennuu.
barnootaa,safartuu
Fayyaa daa’ima sabiyyiif/reefu dhalateef hordoffii taasisuu,gara buufata ho’insaa qaamaa.
fayyaa dhihoo erguu
Tajaajila Fayyaa Daa’immanii
Yaalaa fi hordoffii dhukkuba daa’immanii
Barumsa waa’ee eegumsa fayyaa afaanii , ijaa fi qulqullina dhunfaa kennuu Barattoota Mana barum- Deeggarsa mee-
saa shaalee barumsaa
22
Iddoo Galteewwan
Paakeejootaa fi Tajaajiloota Fayyadamtoota
tajaajjili itti tajaajjila kennuuf
Tajaajilichaa
kennamu barbaachisan
Qorannoo qaamaa guutuu (physical examination) gochuu,seenaa haala walii- Daa’imman waggaa Mana Mana, Manaa mana,Mana
galaa ibsuu fudhachuu, qorannoo biroo dabalataattif gara buufata fayyaa shanii gadii jiran Mana barum- barumsaa fi ha-
dhihootti erguu saa fi hawasa waasa
Daa’imman dhukkubsatan gara buufata fayyaa dhihoo erguun dura yaala fi
kunnunsaa barbaachisaa kennuu.
Daa’imman yaala fudhachaa jiraniis ta’e kan fudhachuu qaban dabalatee gara
tajaajjila yaalaa waliin walitti hidhamiinsa uumuun hordoffii tasisuu.
Sirna Nyaataa
Sirna nyaataa ilaalchisee barumsa fayyaa kennu. Daa’imman waggaa Maatii Meeshaalee deeggarsa
shanii gadi jiran ootaa,Meetira,Vaayita-
Hordoffii guddinaa taasisuu Daa’imman waggaa amina A,qoricha raam-
2 hanga 5 jiran moo garaa keessaa,
Iddoo nyaataa dabalataa itti hojjetanii agarsiisan qopheessuu Daa’imman ji’a 6 safartuu ulfaatinaa
hanga waggaa 2 fi dheerinaa,kinnina
jiran meebendaazolii
Nyaanii hawaasni fayyadamu ayoodiniidhaan, albuudaa fi vaayitaamina A Waggaa 5 gadi ta’an
haala barbaachisuun qabaachuu isaanii hordoffuu fi barsisuu
Raabsa qoricha farra raammoo garaa keessaa fi vaayitaamiina A taasisuu. Daa’imman ji’a Maatii, ha-
6-59 jiraniif vaayita- waasaa,
amina A fi waggaa mana
2-5 ta’aniif qoricha barumsaa
farra raammoo
garaa
23
Iddoo Galteewwan
Paakeejootaa fi Tajaajiloota Fayyadamtoota
tajaajjili itti tajaajjila kennuuf
Tajaajilichaa
kennamu barbaachisan
Daa’imman hanqina nyaataa hin madaallamneen garmalee midhaman adda Daa’ima waggaa
baasuun yaalaaf gara buufata fayyaatti erguu. shani gadi ta’an
Tajaajila Talallii
Barumsa fayyaa waa’ee talaalli irratti kennuu Maatii Odeffannoo
gandaa/gooxii,
Daa’imman talaalli adda kutan barbaadun gara buufata fayyaa erguu Daa’imman waggaa
meeshaa gargaarsa
1 gadi ta’aniif
Mana barnootaa,unka
Daa’imman dhaabbilee fayyaa keessatti tajaajila talaalli hin argane Daa’imman waggaa
gara buufata fayy-
hordoffuun talaallii akka argataniif gara buufata fayyaatti erguu 1 gadi ta’aniif
aatti ol ergan
Tajaajjila talaalli idilleettif daa’imman gara dhaabbata fayyaa erguu Daa’imman waggaa
1 gadi ta’aniif
Karoora Maatii
Waa’ee tajaajila karoora maatii odeeffannoo fayyaa/ tajaajila gorsaa kennuu Dubartoota umurii Meeshalee
dahumsaa keessa ji- deegarsa barnoota,
ran (waggaa 18-49) qajeelfama karoora
Sababa gara garaattin dhaabbilee fayyaatti tajaajila kinnina dahumsa too’attu, Dubartoota umurii maati, kiniinaa fi
dippoo fi kondoomii barbaadani argachuu hin dandeenyeef kennuu fi gara dahumsaa keessa ji- lilmoo ulfa ittisu,
buufata fayyaa erguu ran (waggaa 18-49) kondomii, unka
gara buufata fayy-
aatti ol ergan
Tajaajila karoora maatii armaan olitti eramaniin alaa tajaajila kana kan bar- Dubartoota umurii
baadan gara dhaabbata fayyaatti erguu dahumsaa keessa ji-
ran (waggaa 18-49)
24
Iddoo Galteewwan
Paakeejootaa fi Tajaajiloota Fayyadamtoota
tajaajjili itti tajaajjila kennuuf
Tajaajilichaa
kennamu barbaachisan
Dargaggoota dhiiraa fi dubartootaaf barumsa eegumsa fayyaa kennuu Dargaggoota dhiiraa Manaa Meeshalee
fi dubartoota mana,giddu- odeeffannoo,barsisaa
Tajaajila gorsa waa’ee karoora maatii, wal qunnamtii saala of eegannoo qabu, gala olma fi waligaltee/ mee-
shalee jijjirama
HIV/AIDS dhukkuba naf-saalaa fi ulfaa’un duraa kennuu dargaggootaa
amalaa
fi mana bar- fidu danda’an,qajeel-
Tajaajila Kondoomii fi tooftaalee karoora maatii biroo dhiheessuu umsaa fama fayyaa
ga’eessota fi
dargaggootaa,unka
ol erginsaa,kinnina
karoora
maatii,kondomii fi
diippoo…(Kiitii tajaa-
jila karoora maatii)
Tajaajila kunnuunsa ulfaa baasuu fi ulfa baasuun boodaa jiruuf gara dhaab-
bata fayyaa erguu.
25
Iddoo Galteewwan
Paakeejootaa fi Tajaajiloota Fayyadamtoota
tajaajjili itti tajaajjila kennuuf
Tajaajilichaa
kennamu barbaachisan
Barumsa eegumsa fayyaa dhukkuboota hin daddarbine irratti kennuu. Namoota dhuk-
kuboota daddarboo
hin taanef saaxilmoo Meeshalee bar-
ta’an umsaa fi walii-
Meeshaa safartuu dhiibbaa dhigaa qabachuun dhiibbaa dhigaa safaruu Namoota dhiibbaa galtee, meeshaa
dhiigaaf saaxilamoo safartuu dhibbaa
ta’an dhigaa,Dip-
Dhibee sukkaaraa mallattoo dhibeen agarsisuunii fi qarannoo fincaaniin adda Namoota dhukkuba Hawaasa, stick, uunka ol
baasuu sukkaaraaf baay’ee manaa erginsa,safaruu
saaxilamoo ta’an mana ulfaatinaa
Meeshalee barum-
Kaansarii harmaa adda baasuu Dubartoota umurii saa fi waliigaltee,
dahumsaa keessa
jiran
Dhukkubsattoota dhiibbaa dhiigaa fi suukkaaraa hordoffii wal’aansaa akka Namoota yaala
taasisan tajaajila gorsuu kennuu dhukkuba sukkaaraa
fi dhiibbaa dhigaa
irra jiran
26
Iddoo Galteewwan
Paakeejootaa fi Tajaajiloota Fayyadamtoota
tajaajjili itti tajaajjila kennuuf
Tajaajilichaa
kennamu barbaachisan
kaansarii fi dhibbee biroo muddaa hin ta’iniif tajaajjila armaan gadi kennuu Dhukkubsatoota Meeshaa gar-
1.Qorannoo fi ol erguu kaansarii gaarsa barnootaa,
2. Tajaajila gorsaa obsisistuu dhuk-
3. Waldhaansa seeraa fi sirritti akka fudhatan gargaaruu kubaa
4. Waldhaansa dhibee fi kunuunsa manaa manaa
Dhukkuba sammuuttif tajaajilawwan armaan gadi kennuu Dhukkubsatoota Mana Meeshaa deeggar-
1.Tajaajjila gorsaa sammuu,maatii/ku- sa barnootaa,unka
2.Haala qabinsa dhukkubsatoota sammuu ilaalchisee maatii gargaarru nunsaa ol erginsaa
3.Waldhaansa sirritti fi seeran/haala barbaadamuun akka fudhatu gargaarruu
4.Ol ergiinsaa fi walitti hidhamiinsa dhaabbilee fayyaa uumuu.
Dhukkuboota daddarboo
27
Iddoo Galteewwan
Paakeejootaa fi Tajaajiloota Fayyadamtoota
tajaajjili itti tajaajjila kennuuf
Tajaajilichaa
kennamu barbaachisan
Tajaajila “pre ART & ART” akka argataniif gara dhaabbilee fayyaa erguu Qorannoodhaan
namoota “HIV”
pozitivii ta’an
Namoota dhignii isaa keessa vaayirasiin “HIV” jiru “ART” akka jalqabaniif Namoota “HIV/ Manaa mana Meeshaalee
tajaajila gorsa gorichaa akka addaan hin kunnee kennuu AIDS” dhiiga isaanii odeffannoo
keessa jiraate wald- barumsaa fi
haansa irra jiraan. waliigaltee,Kiitii
HIV ittin qoratan,
Namoota dhiiga isaanii keessa vaayirasiin “HIV/AIDS” jiru tajaajila hawaas- Namoota “HIV/ qajeelfama waa’ee
umaa akka argatan gochuu/erguu AIDS” dhiiga isaanii qorannoo fi haala
keessa jiru gorsa itti kennan fi
unkaa ol ergiinsa
gara dhaabbata
fayyaa
Dhukkuba naf-saalaa adda baasuu Naannoo saaxilam- Manaa
moo ta’an mana,wirtuu
dargaggoo
Daranyoo sombaa ilaalchisee barumsa fayyaa kennuu Qaama hawaasa Manaa mana,
hundaaf wirtuu
dargaggoo,
mana
barumsaa
fi bakka
hawaasni
walitti
qabamee
jirutti
28
Iddoo Galteewwan
Paakeejootaa fi Tajaajiloota Fayyadamtoota
tajaajjili itti tajaajjila kennuuf
Tajaajilichaa
kennamu barbaachisan
Shakkamtoota daranyoo sombaa adda baasuu Qaama hawaasa Maatii, ha- Meeshaalee odeef-
hundaaf,dhukkubsatoota waasa, fannoo, barumsaa
daranyoo sombaa waliin giddu-gala fi waliigaltee
walitti dhufinsa kan qa- dargaggootaa
ban fi Vaayirasiin “HIV/ fi
AIDS” dhiiga isaani mana barum-
keessa kan jiru saa
Dhukkubsatootni daranyoo sombaa tajaajjila waldhaansa akka argataniif gor- Dhukkubsatoota Mana mana unka ol erginsaa
suu qorcha akka addaan hin kunne kennuu fi hordoffuu daranyoo sombaa
waldhaansa irra jiran
Ittisaa fi to’annoo dhibee busaa irratti barumsa kennuu Hawaasa hundaa Mana manatti
Giddu-gala dargag-
gootaa fi mana
barumsaa
Waa’ee itti fayyadama fi faayidaa saphaana farra bookee busaa beeksiisuu Hawaasa hunda Manaa ma- Meeshaalee deeg-
naatti, ha- garsaa barnootaa,
waasa saphaana farra
Kitii sakkata’iinsa atattamaa (RDT) fayyadamuudhaan sakkata’iinsa busaa Dhukkubsattoota bookee busaa, kitii
gochuu ho’iina qaamaa sakkata’iinsa atatta-
qaban maa (RDT), piroto-
Dhukkubsattoota busaaf yaalii kennuu Kiitii sakkata’iinsa koolii qorichoota
atattamaan (RDT) busaa
dhukkubsattoota
posativii ta’aniif
29
Iddoo Galteewwan
Paakeejootaa fi Tajaajiloota Fayyadamtoota
tajaajjili itti tajaajjila kennuuf
Tajaajilichaa
kennamu barbaachisan
Dhibamtoota dhukkuba hin fayyineen qabamaniif
1. Dhibamtoota dhukkuba hin fayyineen qabamaniif kunuunsa gochuu Dhukkubsattoota Manaa manatti Meeshaalee deeg-
2. Barumsa fizooteeraappii maatiif kennuu dhukkuba hin fayy- garsa barnootaa, unka
3.Tajaajila dhibee yaaluu kennuu ineen qabaman walharkaa fudhiinsaa
4. Dhibamtootni tajaajilawwan dhaabbiilee fayyaatti kennamanii fi tajaajilaw- (rifeeraalii),qoricha
wan hawaasaa biroo yoo barbaadan unka walharkaa fudhiinsaatiin (rifeeraa- dhibee tasgabeessuu
litiin) gara dhaabbata fayyaatti eerguu (Anti pain), kiitii ken-
na yaalii fi kununsa
manaa manaattii
Gargaarsa yaalii duraa kennuu fi balaa tasaa ittisuu
Waa’ee gargaarsa yaalii duraa irratti barumsa fayyaa kennuu Namoota hawaasaa Hawaasa, id-
Waa’ee kenna gargaarsa yaalii duraa namoota hawaasa keessaa bahaniif keessaa bahan doo hojii
leenjii kennuudhaan yeroo balaa ykn yaalii tasaa gargaarsa akka godhan
gochuu
Walitti hidhaamiinsa yaalii tasaa hospitaalaan duraa godhamu cimsuu Meeshaalee deeg-
Waa’ee ittisa balaa tiraafikaa barsiisuu garsa barnootaa,
kitii gargaarsa yaa-
lii duraa kennuuf
Tajaajilawwan gargaarsa yaalii duraa kennuu Qaama hawaasa gargaaru
balaa tasaatiin mid-
haman
30
Iddoo Galteewwan
Paakeejootaa fi Tajaajiloota Fayyadamtoota
tajaajjili itti tajaajjila kennuuf
Tajaajilichaa
kennamu barbaachisan
3. Eegumsa Fayyaa Naannoo
Hojiiwwan gorsaa fi beeksiisa haayijinii akkataa ijaarsa, uwwisaa fi ittifayya- Hawaasa hundaaf Maatii, Meeshaalee wali-
dama mana fincaanii sirrii ta’e hojjeechuu keessumma maatii giddu-gala galtee waabeffan-
abbaa/haadha war- dargaggootaa naa hojii fi jijjiir-
raa mana fincaanii fi mana bar- raa amalaa fiduu
hin qabne,mana fin- umsaa danda’an
caanii foyyaa’aa hin
qabnee fi rakkoo
ittifayyadama mana
fincaanii qaban
Manneen fincaanii dhuunfaa, waliinii fi ummataa ijaaruuf, uwwisa dabaluu fi Hawaasa hundaa Iddoo um-
qulqullina foyyeessuuf sosochii ummaataa gaggeessuu keessummayyuu matni fi
maatii abbaa/haadha maatiin walit-
warraa mana fincaa- ti iqabaman
nii hin qabne fakkeenyaaf
iddoo ga-
baa, buu-
fata geejibaa,
karaa qarqara
31
Iddoo Galteewwan
Paakeejootaa fi Tajaajiloota Fayyadamtoota
tajaajjili itti tajaajjila kennuuf
Tajaajilichaa
kennamu barbaachisan
Mana fincaanii ummataa fi waliinii ilaalchisee suphaa fi ittifayyaadama/haala Abbaa/hadha war- Iddoo maatii
qabiinsaa irratti barumsa kennuu raa, miseensoota ko- fi hawaasni
ree bulchiinsa mana tajaajila
fincaanii bishaan,
saniteeshinii
fi haayijinii
bakka tok-
kootti argatu
(Full WaSH
component
from single
point)
Maatiiwwan tajaajila saffisaa fi dursa argachuu barbaadan dhimmamtoota Abbaa/Haadha Mana ma-
tajaajilicha kennan wajjin walqunnamsiisuu warraa mana fin- naatti
caanii jalaa guute,
guutuu isaatiin
gara naannootti kan
dhangala’u, fayyaa
nama irratti dhiibba
kan fiduu fi xux-
sisuun ykn tooftaa
biraan tajaajila
mana fincaanii arga-
chuuf eeggatan
32
Iddoo Galteewwan
Paakeejootaa fi Tajaajiloota Fayyadamtoota
tajaajjili itti tajaajjila kennuuf
Tajaajilichaa
kennamu barbaachisan
Maatiiwwan tajaajila mana fincaanii argachuu barbaadan Interpiraayizii Abbaa/Haadha war- Maatiiwwan
maayikroo xixxiqqaa (IMX) filannoo teknoolojii mana fincaanii fi meeshaalee raa filmaata teekno-
harka dhiqannaa dhiyyeessan waliin walqunnamsiisuu olojii mana fincaanii
barbaadan
Waabeffanaa
hojii,
keemikaaloota
Manaa bishaan mana
Haala qabiinsa fi yaalii bishaan qulqulluu dhugaatii ilaalchisee hawaasa Hawaasa hundaaf manatti, keessaatti
giddu-gala
barsiisuu, hojetanii agarsiisuu fi bakka hojetanii itti agarsiisan qopheessanii keessumaattu dargaggootaa yaaluuf
kennuu dubartootaaf fi mana tajaajilanii fi
barumsaa meeshaalee
waligaltee
amala jijjiirraa
fiduu danda’an
33
Iddoo Galteewwan
Paakeejootaa fi Tajaajiloota Fayyadamtoota
tajaajjili itti tajaajjila kennuuf
Tajaajilichaa
kennamu barbaachisan
Hawaasa hunda
keessummaayyuu
daa’iimman umuriin
isaanii waggaa
Eegumsa nageenya nyaataa fi haayijinii ilaalchisee hojiiwwan hubannoo shan gadiitti jiran, Manaa
uumuu hojjeechuu hadhoolee ulfaa, manati
HIV dhiigaa isaan
keessatti argamuu
fi dhukkubsattoota
daranyoo sombaa
Maatiiwwan tajaajila keemikaala bishaan mana keessatti yaaluu barbaadan Abbaa/Hadha warraa
keemikaala bishaan
dhaabbilee tajaajilicha kennan wajjin walittihidhamiinsa uumuu/ Maatiidhaan
mana keessatti yaaluu
qunnamsiisuu barbaadan
Abbaa/haadha
warraa balfa Maatiidhaan,
goggoogaa maqsuuf giddu-gala
Maatiiwwan Interpiraayizii Maayikroo Xixxiqqaa /IMX/ balfa goggogaa
Interpiraayizii dargaggootaa,
sadarkaa jalqabaa walitti qaban wajjin wal qunnamsiisuu Maayikroo manneen
Xixxiqqaa /IMX/ barnootaa
barbaadan
Maatiiwwan iddoo barbaachisaa ta’eetti maqsa balfa dhangala’oo sirnaan Maatiidhaan,
Abbaa/Hadha wirtuu
hojjeetanii akka ittifayyadaman deeggarsa gochuu, fakkeenyaaf bo’oo
waarraa maqsa balfa dargaggootaa,
bollaa balfa dhangala’oo, gaanii/gandaa balfa dhangala’oo itti kuusanii fi dhangalaa’oo qaban manneen
walnyaatinsa keemikaalaa itti gaggeefamu hojjeettan gochuu kkf barnootaa
34
7. Gahee Hojii Fi Ittigaafatamummaa
35
Uunkaalee waalta’aa ragaan ittiin sassaabamu,
gabaasni ittiin dhiyaatu, hordoffii fi madaalliin ittiin
gaggeeffamuu qopheessuun hojii irra akka oolu
gochuu
Meeshaalee deeggarsa barnoota eegumsa fayyaa,
maanuwaaloota leenjii fi kitaaboolee wabii ta’an
qopheessuu
36
Qaamoolee sadarkaa sadarkaadhaan jiran fi dhaabbilee
dhimmamtootaa kan hirmaachise gamaaggama raawwii
hojii walakkaa waggaa waggaadhaan qopheessuudhaan
raawwii isaaniittin qaamoolee sadarkaa foyyee qabaniif
beekamtii fi badhaasa kennuu
Ogeeyyii ekisteeshinii fayyaa barumsa leenjii hojii irraa
fi foyya’iinsa ogummaa akka argatan gochuu, raawwii
isaa hordoofuu
Bakka ogeeyyii ekisteeshinii fayyaa sababa adda
addaatiin hojii isaanii gadilakkisaniif leenjii hanqina
guutuu gaggeessuu
Qo’annoowwan raawwii sagantaa ekisteeshinii fayyaa
irratti gaggeessuu/deeggaruu
Hojiiwwan hordoffii deeggarsaa raawwachuu,
naannoolee biroo wajjin muuxannoo gaggaarii
waljijjiiruudhaan sirna foyyee qabu diriirsuu
Meeshaalee deeggarsa barnootaa eegumsa fayyaa fi
kitaaboolee wabii ta’an qopheessuu
Gabaasa wayitawaa Minsiteera Eegumsa Fayyaa
Federaalaaf gochuun, dub-deebii kennamutti
fayyadamuudhaan saganticha foyyeessu
37
Dhaabbilee kunuunsa fayyaa bu’uura ”PHCU”
deeggaruu, hordoofuu
Danbiiwwanii fi qajeelfamoota Ministeera Eegumsa
Fayyaa Federaalaa fi Biiroo Eegumsa Fayyaa
Naannootiin bahan hojii irra akka oolan gochuu
Qindoomina hojii bulchiinsa mana maree magaala,
seektera manneen hojii, aanaa fi dhaabbilee
dhimmamtoota wajjin cimsuudhaan galma gahiinsa
sagantaa ekisteeshinii fayyaatiif waliin hojjeechuu
Waajjiira eegumsa fayyaa aanaaleef deeggarsa tekniikaa
fi bulchiinsaa keennuu
Muuxannoowwan gaggaarii sagantaa ekisteeshiinii
fayyaatiin argaman qindeessuudhaan akka babal’atan
taasisuu
Qaamoolee sadarkaa sadarkaadhaan jiran fi dhaabbilee
dhimmamtootaa kan hirmaachise gamaaggama raawwii
hojii kurmaana kurmaanaan waltajjii qopheessuudhaan
raawwii isaaniitiin qaamoolee sadarkaa foyyee qabaniif
beekamtii fi badhaasa kennuu
Hojjeettootni ekisteeshinii fayyaa barumsa leenjii hojii
irraa fi foyya’iinsa ogummaa akka argatan gochuu,
raawwii isaa hordoofuu
Iddoo hanqini hojettoota eksiteenshini fayyaa jiruti
leenjifamtoota filachuu fi haala mijeesu
Hojiilee hordoffii fi deggersaa hojjechuu
Meeshaalee deeggarsa barnootaa eegumsa fayyaa fi
kitaaboolee wabii ta’an qopheessuu
Gabaasa wayitawaa Biiroo Eegumsa Fayyaa Naannoof
gochuu, dub-deebii kennamu fayyadamuudhaan
saganticha foyyeessu
38
Qacarrii hojjeettoota eksiteeshinii fayyaa raawwachuu,
sababa adda addaatiin kan hir’atanis guutuu.
41
Ragaalee fi hojiiwwan walitti hidhamiinsaa garee
misoomaa fi tokko shanee gandicha keessati argaman
walitiqabuu fi xinxaluu,
42
Qaamoota seektaraa fayyaa sadarkaa sadarkaan jiran
waliin tumsaan hojjechuu,
Adeemsa qophii karooraa, hojii irraa olmaa fi
gamaaggamaa raawwii irraatti hirmaachuu,
43
Muuxxaanoowwaan gaggaarii hojii irraa olmaa sagantaa
paakeejii ekisteenishinii fayyaatiin argaman
qindeessuudhaan gandoota isaan jala jiran keessaatti
akka babalatan gochuu,
Torbe torbeen ogeeyyii ekisteenishnii fayyaa isaan jala
jiran wajjiin gamaagamaa karoora raawwii hojii gochu,
Ogeeyyii ekisteenshinii fayyaatiif leenjii hojii irraa
kennuu,
Ogeeyyiin buufataa fayyaa gandoota buufata fayyaa jala
jiran adda qoodachuudhaan hojiiwwaan misooma fayyaa
ganda itti ramadamanitti argamuudhan deeggarsa
gochuu,
Gabaasa hojii guutuu fi yeroo isaa eeggate qopheesuun
waajjiraa eegumsa fayyaatiif dhiheessu,
44
Saganticha ilaalchisee ragaawwan walitti ni qaba, ni
qindeesaa, ni xiinxala akkasumas sirni gabaasaa cimaan
akka jiraatu ni godha.
Hojiiwwaan hordoffiideeggarsaa guyyaa guyyaan ni
qindeessaa, ni hordofaa, ni raawwata.
Dhiheessiwwaan barbaachisaa ta’an ogeeyyii
ekisteenishnii fayyaatif guttamu isaa ni hordofa.
Tokkoon tokkoo ogeeyyii ekisteenishinii fayyaa bakka
isaan hojjetan Ganda/goxii ittihojjetan ni ramada,
Adeemsa keenniinsa deeggarsaahordoofu akka cimu
gochuuf sadarkaa buufataa fayyaati walgahii torbe
torbeen akka jiraatu ni qindeessa.
Koreen hooggaansa buufata fayyaa, daarektara buufata
fayyaa fi qaamonni deegartootaa birootiif adeemsa fi
rakkoowwaan sagantaan paakeejii ekisteeshinii fayyaa
ilaalchisee hubannoo ni kenna,
47
8.1. Ragaawwaan Dhaabbidhaan Galmeessuu Fi Gabaasa
Gochuu (Automated)
Sirna qabiinsa ragaa fi gabaasaa dhaabbilee fayyaa bu’ureefatee
(HMIS) fi irra dedeebii hojiiwwaan hambisuu fi galtee halaa
barbaachisuun fayyadamuuf gargaaru sirna hojiimaataa ragaa
qabaachuu fi gabaasuu hordoofuun barbaachisaa dha.
Unkaaleen galmee fi gabaasni ittiin gabaafamu
qindeessuummaa ministeera eegumsa fayyaa federaalaatiin kan
qopha’u yoo ta’u galma gahiinsa sagantaa paakeejii eksiteeshinii
fayyaa sirriitti ittiin hordoofuuf danda’u ta’ee qopha’u ta’a.
Ragaalee sirna kanaan argaman murteewwan adda addaa
kennuuf gargaara. Kanaafuu ragaawwan sadarkaa sadarkaan
walitti qabaman sadarkaa itti aanuutti dabarsuun qofa osoo hin
ta’iin ragaawwan walittiqabaman fayyadamuudhaan
gamaaggama keessaa deemsisuu, hudhaalee adda baasuu fi
kallattiiwwan furmaataa barbaachisaa ta’e ka’uun murteessa
dha.
Fakkeenyaaf:
49
Sadarkaan kenniinsa tajaajila fayyaa bu’uraa tajaajilaa
fayyaa walqixa fayyadamun (Equity) maal fakaata?
51
8.4 AgarsistuuwwanMilkaa’insa Sagantaa Ekisteenishinii Fayyaa Magaalaa
52
Printed by: www.masterprintaddis.com